Revelation 14:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ergamaan Waaqaa ka dhibiin wolakkaa ol-gubba'aa keessa koolaan ka'uun dhagge; innille Oduu Gammadaa ta bara baraa, ta worra lafa irra le'u maraaf, gosa biyya adda addaa maraaf, gosa maraaf, afaanii fi kolbaa maraaf lallabu qabateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini malaika d'ibi ta gubba bariftu arge, ta Odu Dansa ta haga hegeri jirtu nama lafa ch'ufati himtu, gosa ch'ufati afaani ch'ufaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin ergamaa dhibii, ka oduu dansaa ta haga jiruu jirennaa jirtu nama lafa cufaatti, gosa cufaatti, afaan dubbatan cufaan nama cufaatti himuuf ka gubbaa barrisu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Dubbii Nagayaa bara baraa banii, fiixaa, worra afaan gara garaa ka gosa maraaf lallabu samii wodhakka'aa uduu bararu arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan Oduu Nagayaa bara baraa banii, fiixaa, worra afaan gara garaa ka gosa maraaf lallabu samii wodhakka'aa uduu bararu arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti ummatoota arddii irra jiraataniif, gosa, afaanota adda addaa worra dubbatanii fi worra gara garaa maratti dubbachu'uuf wongeela bara baraa ka qabate maleyikkaan bira'aa, samii jidduu yoo bararu ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Waaqaa ka dhibiin wodhakkaa ol-gubba'aa keessa koolaan ka'uun dhagge; innille Oduu Gammadaa ta bara baraa, ta worra lafa irra le'u maraaf, gosa biyya adda addaa maraaf, gosa maraaf, afaanii fi kolbaa maraaf lallabu qabateera.