Revelation 15:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuballe'etti waan dhibii dhagge. Galmi Waaqaa ka ol-gubba'aa, ka dunkaanii dhugaa bayaa jedhamu baname;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana anini gubba millannaani Mana Waaqa ka Waarooni d'uga ke jirtu, Ka banisa qabu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kanaa anin gubbaa millannaan Mana Waaqaa ka Waaroon dhugaa keessa jirtu, Ka baniisa qabu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayii daaseen raga'aa woyyuun ka sami'ii hin baname,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaan maayii dukkaanaan raga'aa woyyuun ka sami'ii hin baname,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti ni laale, kunoo, ragummaa ka ta'e dukkaanni Manni Waaqeffanna'aa, sami'itti ni baname,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuballe'etti waan dhibii dhagge. Galmi Waaqaa ka ol-gubba'aa, ka dunkaanii dhugaa bayaa jedhamu baname;