Revelation 15:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba dadaa lubbuu qaddu afur keessaa tokkochi, qorii worqi'ii torba ta mufii Waaqa bara baraa haga bara baraa jiraatuutiin guutanteertu, ergantoota Waaqaa torba sanii kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan lubbu qaba afraani kaani keesa toko qori torba ta worqi ta dalansu Waaqa ammafi hegerile jirutiini guutani, toko toko malaika torbaanti kenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan waan lubbuu qabaa afraan kaan keessaa tokko qorii warqii torba ta dallansuu Waaqaa ammaa fi hegeriillee jiruutiin guutan tokkoo ergamtoota torbaanti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Busaayaa arfan keessaa tokko baraa haga bara baraa ka jiraatu xuwwee worqi'ii torban ka dheekkamsa Rabbiitiin guuttame Maleekkota torbatti kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Busaayaa arfan keessaa tokko baraa haga bara baraa ka jiraatu xuwwee worqi'ii torban ka lola Rabbiitiin guuttame Maleekkaa torbatti kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bineensota arfan keessaa tokkochi maleyikkoota torbaniif, baraa haga baraa titti ka jiraatu dheekkamissi Waaqaa ka itti guuttamee jiru duloowwan worqqi'ii torbaan, isaanii ni kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dada lubbuu qaddu afur keessaa tokkochi, qorii worqi'ii torba ta mufii Waaqa bara baraa haga bara baraa jiraatuutiin guutanteertu, ergantoota Waaqaa torba sanii kenne.