Revelation 16:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa ka shaneesso'oolle, qorii ifii barcumaa mootummaa bineensaa irratti gadi naqe; mootummaan bineensaalle dukkanaan liqinfante; namootille farra irraa ta kaateen arraba ifii cicciniinane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani shaneeso qori ufi barch'uma guddinna bineensati jissite. Guddinni bineensa dukanae, nami ch'ufti d'ukubsate, araba ufi ch'iniine,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan ergamaan shaneessoo qorii ufii barcumaa guddinna bineensaatti jisse; guddinnii bineensaa dukkanaa'ee, namii cuftii dhukkubsacha gargalaatiin, arraba ufi ciniine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan shaneesso'oo mijuu teessoo busaaya'aa irratti jisse; mootummaan isaallee hin dukkanoofte. Waan dhiphataniif arraba ufii alanshan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan shanaffa'aa mijuu teessoo busaaya'aa irratti jisse mootummaan isaallee hin dukkanoofte. Waan dhiphataniif arraba ufii alanshan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkaan shanaffaa duloo teessoo bineenssichaa irratti ni jisse, mootummaan bineensichaa'llee dukkana ni ta'e, namoonni makkaraarnna isaanii irraa ka ka'een arraba isaanii ni alanishan ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa ka shaneesso'oolle, qorii ifii barcumaa mootummaa bineensaa irratti gadi naqe; mootummaan bineensaalle dukkanaan liqinfante; namootille farra irraa ta kaateen arraba ifii cicciniinane.