Revelation 16:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Kunoo, ani akka hattu'uu yennaa hin beekkanne dhufa! Nami akka qullaa hin teenee fi akka nafi fokkoo isaa hin mudhanneef, dammaqee, woyaa ifii eeggatu ka badhadhe!”
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasa! Anini aka hattu d'ufa! Ayyaana nama rafu dide woya ufi qorqoratu, aka qulla biyya keesa dedeeme inch'eere.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Caqasaa! Anin akka hattuu dhufaa! Nama akka qullaa biyyaa keessa deemee hincerre rafuu didee wayaa ufii qorqoratu nama kaayome.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani akka hattu'uu ta'ee dhufa! akka qullaa hin deemne saala isaallee akka hin argine, ka dammaqee uffata ufii eegu ka eebbifame!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani akka hattu'uu ta'ee dhufa! akka qullaa hin deemne saala isaallee akka hin argine, ka dammaqee uffata ufii eegu ka eebbifame!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kunoo! Ani akka hattu'uu dimmaa ni dhufa! Qullaa isaa akka hin taanee fi qaama isaa ka saalaa namoonni akka jalaa hin argineef, dammaqee uffata isaa naminni eeggatu ka galateeffame!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, ani akka hattu'uu yennaa hin beekkanne dhufa! Nami akka qullaa hin teenee fi akka nafi fokkoo isaa hin mudhanneef, dammaqee, woyaa ifii eeggatu ka badhaadhe!»