Revelation 16:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qachaan akka malee gudddaan sun addee saditti gargar baye; qachaan guddaan gosa biyya adda addaalle diigame. Waaqi Baabiloonii guddoo qaabbatee, muduunuu daadhii woyini'ii ta mufii isaa jaddu'uun guutante keessaa akka untu tolche.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri guddaani fulla saditi gargari dayae, dira lafa ch'ufa keesa jiru balleesani. Waaqi dira Babiloni gudda qaabate, daad'i mudunu ufi obaase, daad'i dalansu isaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dirii guddaan fulaa sadiitti gargarii dayya'ee, dira lafa cufa keessa jiru balleesan. Waaqii dira Baabilon guddaa qaabatee, daadhii muduunuu ufi ta dallansu isaa akka isiin dhuddu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattiin guddoon bakka sadihitti qoodamte. Qachoonni worra Yihuudii hin taanee hin kufan. Baabiloonii guddoon daadhii woyini'ii ta dheekkamsaa jabduu akka isi'ii kennamuuf Rabbiin afo'otti yaadatamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachattiin guddoon bakka sadihitti qoodamte. Qachaan worra Yihuudii hin taanee hin kufan. Baabiloonii guddoon daadhii woyini'ii ta lolaa jabduu akka isi'ii kennamuuf Rabbiin afo'otti yaadatamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaalaan ol aanttuun'llee bakka sadihitti ni qoodamtte, magaalonni ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee'llee ni didiigaman, Waaqinni'llee Baabiloonii ol aanittuu taate ni yaadate, duloo dheekkamissaa cima'aa daadhii woyinnii itti guuttame'llee, akka dhugiddu'llee isii ni taasiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan akka malee gudddaan sun addee saditti gargar baye; qachaan guddaan gosa biyya adda addaalle diigame. Waaqi Baabilon guddoo qaabatee, muduunuu daadhii woyni'ii ta mufii jaddu'uun guutante keessaa akka untu tolche.