Revelation 16:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa ka lammeesso'oo, qorii ifii abbaayaa guddoo irratti gadi naqe; abbaayaan guddoon sunille akka dhiiga nama du'ee teete; wonni lubbuu qabanu ka abbaayaa guddoo san keessa le'anu mara du'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani lameeso qori ufi galaanati jissite. Bisaani ch'ufti aka d'iiga nama due tahani, wonti galaana keesa jira ch'ufti rawatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan ergamaan lameessoo qorii ufii galaanatti jissee, bisaan cuftii akka dhiiga nama du'ee tahaanii, wantii galaana keessa jiraa cuftii raawwatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan lammeesso'oollee mijuu xuwwe'ee galaana keessatti jisse; galaanni sunillee akka dhiiga nama du'ee ta'e; wonti galaana keessa jiru ka lubbuu qabu maruu hin du'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan lammaffa'aallee mijuu xuwwe'ee galaana keessatti jisse; galaanni sunillee akka dhiiga nama du'e ta'e, wonti galaana keessa jiru ka lubbuu qabu maruu hin du'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkaan lammaffaa'llee duloo garba ciisaa irratti ni jisse, garbi ciisaan'llee akka dhiiga nama du'ee ni ta'e, garba ciisaa keessa'llee ni jiraatan ka turan wonittoonni lubbuu qaban marrinuu, ni du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa ka lammeesso'oo, qorii ifii abbaayaa irratti gadi naqe; abbaayaan guddoon sunille akka dhiiga nama du'ee teete; wonni lubbuu qabanu ka abbaayaa san keessa le'anu mara du'ane.