Revelation 16:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isaan dhiiga woyyootaatii fi raagotaa dhangalaasaneeran; atille akka isaan dhiiga unanu gooteerta, kun waan isaaniif male!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'iiga worra qulqullo ka raagoota jisse, tanaafi atini ya d'iiga worra obaafte. Waan worraa male argachu jirani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dhiiga raagootaatii fi ka warraa qulqulloo jisse, tanaaf atin ya dhiiga warraa hobaafte. Waan warraa malee argachuutti jiran” jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dhiiga woyyootaatii fi raattotaa jissaniif; Akkasuma dhiiga isaan obaafteerta. Waan isaan barbaachisuuf!» jedhee yoo dubbatu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan dhiiga woyyootaatii fi raattotaa jissaniif. Akkasuma dhiiga isaan obaafteerta. Waan isaan barbaachisuuf!» jedhee yoo dubbatu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni dhiiga Qulqullootaatii fi nabiyyootaa waan jissaniif dhiiga isaan ni obaaftte, kun'llee ka isaaniin malu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan dhiiga woyyootaatii fi raagotaa dhangalaasaneeran; atille akka isaan dhiiga unanu gooteerta; kun waan isaaniif male!» jedhe.