Revelation 16:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qoonqoon takkalle addee ciincaan itti ciinceffamu irraa, “Ee, Waaqaa Goottaa waan mara dandeettu, muraan teeti dhuga'aa fi sirri'i” jettuun dhage'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini qonqo fulla waan sorio, irati qalani ta, Aabbo Waaqa gudda! Qorsumaani tante ta d'ugaati jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin qoonqoo fulaa waan sooriyoo, irratti qalanii ta, “Aabboo Waaqaa guddaa! Murtiin tantee ta qajeelaatti ammallee ta dhugaati” jettu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kennaa irratti dhiyeessan keessaa, «Ee, Waaqa Gooftaa maraa bulchitu, murtiin kee dhuga'aa fi sirri'i» jedha'aa hennaa dubbatu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kennaa irratti dhiyeessan keessaa, «Ee, Waaqa Gooftaa maraa bulchitu, murtiin kee dhuga'aa fi sirri'i» jedha'aa hennaa dubbatu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Furdda isaa titti'llee, «Ee! Maraa ka dandeettu yaa Waaqa Gooftaa! Murtiiwwan kee dhaga'aa fi sirri'i» qoonqqa jedhu, ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon takkalle addee ciincaan itti ciinceffamu irraa, «Ee, Goottaa Waaqa waan mara dandeettu, muraan teeti dhuga'aa fi sirri'i» jettuun dhage'e.