Revelation 17:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantoota Waaqaa torba ta muduunuu torba qaddu keessaa tokkochi dhufee anaan, “Koyi, muraa sagaagaltittii gudditti'ii, ta bisaan hedduu irra teeteertuu sitti mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaika torbaani, qori torbaani harkaa qabdu keesa toko, gara kiyya d'ufte waan naani jette, Kooti aka sharmut'iti guddo gaargalchani sii garsiisa, isiini dira gudda kaani, ka afaani galaana hedduti jaarani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan ergamtoota torbaan, qorii torbaan harkaa qabdu keessaa tokko gara kiyya dhufee, “Kootti akka shaarmuxittii guddoo gaargalchan si garsiisaa, isiin dira guddaa kana, ka afaan galaanaa hedduutti jaaran” naan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkota torbaa ka mijuu xuwwe'ee torba qabatan keessaa tokko dhufee, «Koottu; murtii seebartuu gudditti'ii, ta bisaan hedduu irra teette sitti mudhisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan torbaa ka mijuu xuwwe'ee torbaa qabatan keessaa tokko dhufeeti, «Koottu, murtii seebartuu gudditti'ii, ta bisaan hedduu irra teette sitti mudhisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duloowwan torbaan qabatanii ka turan maleyikkoota torbaan keessaa tokko gara kiyya dhufee akkana naan jedhe, «Koottu! Bishaanota baayi'ee irra taa'ee ka jiru, sagaagaltittii ol aanttuu irratti murtii gayu isi'itti ni mulidhisa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantoota Waaqaa torba ta muduunuu torba qaddu keessaa tokkochi dhufee anaan, «Koy, muraa sagaagaltittii gudditti'ii, ta bisaan hedduu irra teeteertuu sitti mudhisa.