Revelation 17:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa shan jiganeeran; tokkochi hin jira, ka dhibiin haga ammaa hin dhunne; yennaa dhufu ammoo yennaa diqqoo qofaaf turuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
shani yayu hayyuma d'abde, toko ammalle mohu jira, toko ind'umne; yo d'ufe diqo toko ch'alla tau male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
shan yaayyuu hayyummaa dhabde, tokko ammallee moohuu jira, tokko hindhumne; yo dhufe diqqoo tokko callaa taa'uu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma mootonni torba keessaa shan kufaniiran; tokko hin jira, ka hafellee haga ammaa hin dhufne. Yoo dhufullee hennaa diqqoo turuu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana nugusota torbban, shanan kufanii jiran, tokkochi amma ni jira, kuun amma'llee hin dhufinne, inni yoo dhufe yeroo muraasa qofaaf, turuu qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa shan jiganeeran; tokkochi hin jira, ka dhibiin haga ammaa hin dhunne; yennaa dhufu ammoo yennaa diqqoo qofaaf turuu qaba.