Revelation 17:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Moototi lafa tanaa isii woliin sagaagalteerti; worri lafa irra le'ulle daadhii woyini'ii ta sagaagala isi'iitiin machoyeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti lafa sharmut'iti tana woliini hameenna tolchite, nami lafaa ch'ufa farso hameenna isii kaani d'uge machae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyootii lafaa shaarmuxittii tana waliin rafte, namii lafa cufaa la farsoo hammeennaa isii taan dhugee machaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni biyya lafaa isii woliin seebaran, worri lafa irra jiraatan daadhii woyini'ii seebara isi'iitiin machaayan» jedhee natti dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootonni biyya lafaa isii woliin seebaran, worri lafa irra jiraatan daadhii woyini'ii seebara isi'iitiin machaayan» jedhee natti dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
nugusonni arddi'ii'llee isii woliin sagaagalanii jiran, jiraattonni arddi'ii'llee daadhii woyinni'ii ka sagaagalummaa isi'iitiin machaayanii jiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi lafa tanaa isii woliin sagaagalteerti; worri lafa irra le'ulle daadhii woyni'ii ta sagaagala isi'iitiin machoweera» jedhe.