Revelation 17:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ergamaan Waaqaa, “Maaf baaseffatta? Dhossaa dubartitti'iitii fi bineensa isiin irra teetteertuu, ka mataa torbaa fi gaafa kudhan qabuu san, ani sitti hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani Waan naani jette, Maafi maadefatte? Anini waan d'ossa ka niititiifi waan bineensa isii baatu, ka mata torbaafi gaafa kud'ani qabu siti hima.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaan naan, “Maaf maadeffatte? Anin waan dhossaa ka niititii fi waan bineensa isii baatuu, ka mataa torbaa fi gaafa kudhan qabuu sitti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaanillee, «Maaf maalalfatta?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaayaa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaanillee, «Maali'iif maalalfattaa?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaaya'aa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkichi garuu akkana naan ni jedhe, «Waayee maali'iitiif dinqisiifatta? Dhossaa dubartti'iitii fi ka isiin irra teette, mataawwan torbaa gaaffan kudhanii ka qabu, dhossaa bineenssichaa siif ni ibisa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Waaqaa, «Maaf baaseffatta? Dhossaa dubartitti'iitii fi bineensa isiin irra teetteertuu, ka mataa torbaa fi gaafa kudhan qabuu san, ani sitti hima.