Revelation 18:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba ergamaan Waaqaa ka baallii guddoo qabu ka dhibiin ol-gubbaa irraa gadi bu'uun dhagge; calalaqa ulfinna isaatiin ta kaate latti itte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana anini malaika d'ibi ta gubba gadi buutu arge. Isiini jabeenna gudda qabdi, lafti ch'ufti mid'aaguma isitiini ifsite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kanaa anin ergamaa tokko ka jabeenna guddaa fudhatee Waaqaa gubbaa gad bu'uu jiru arge; laftii cuftii midhaaguma isaatiin ibsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayii Maleekkaa biraa ka baallii guddaa qabu hennaa sami'ii bu'u arge. Sababaa ulfinna isaatiin lafti ifte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaan maayii Maleekkaa biraa ka baallii guddaa qabu hennaa sami'ii bu'u arge. Sababaa ulfinna isaatiin lafti ifte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti aangoo ka qabu maleyikkaan bira'aa sami'ii yoo bu'u ni arge, ulfinna ifa isaa irraa ka'een arddiin ni ifitte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba ergamaan Waaqaa ka baallii guddoo qabu ka dhibiin ol-gubbaa irraa gadi bu'uun dhagge; calalaqa ulfinna isaatiin ta kaate latti itte.