Revelation 18:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Farra isi'ii kanalle sodaatanee, fagoo dhaabbatanee, “Qaachaa gudda'a, si'iif aanne'e! Aanne'e! Qachaa Baabiloonii hunnaamessa, muraan teeti sa'aatii takkaa keessatti dhuteerti” jedhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maro gaargala isii sodaatufi fago ejaanje waan jed'u Waan dabaati! Waan hamtu! Dira Babiloni gudda kana! Saatuma toko keesati ya si gaargalchani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii marroo gaargala isii sodaatuuf fagoo ejaajjeetti, “Waan Cubbuutti! Waan hamtuu! Dira Baabilon guddaan kana! Saatuma tokko keessatti ya sitti murani” jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Baabiloonii qachaa gudditti'ii jabduu si hobbaasi! murtiin kee sa'aatii tokko keessa waan si irra gayuuf» jedha'aa qaaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati Baabiloonii qachaa gudditti'ii jabduu si hobbaasi! murtiin kee sa'aatii tokko keessa waan sirra gayuuf» jedha'aa qaaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Makkaraarnna isi'ii sodaachu'uun'llee fagoo dhaabatanii, «Ati magaalattiin ol aanittuu, ati magaalattiin cimttuu yaa Baabiloon! Murtiin kee sa'aatii tokko keessatti waan dhufeef si uunisha'a! Si uunisha'a!» ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Farra isi'ii kanalle sodaatanee, fagoo dhaabbatanee, ‹Qachaa gudda'a, si'iif aanne'e! Aanne'e! Qachaa Baabilonii hunnaamessa, muraan teeti saatii takkaa keessatti dhutteerti› jedhan.