Revelation 18:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami haganaa achi fe'iisa isaanii bitatu waan hin jirreef, daddaltooti lafaalle isi'iif wacifanee booyan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daldaltuuni lafaa isii lalefatte booti, waan nami iti deebie miha worraa imbitannefi;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naggaadeen lafaa waan armaa achi namii miha isaani irraa bitu hinjirreef, isiin laaleffattee bootte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fe'aa markaba isaanii ammaa achi namni bitu waan hin jirreef, daldaltoonni lafa irraa booya'aa gaddaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fe'aa markaba isaanii ammaa achi namni bitu waan hin jirreef, daldaltoonni lafa irraa booya'aa gaddaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fe'aa dooniiwwan isaani'ii ammaa achitti ka bitu waan hin jirreef daldalittoonni arddi'ii isi'ii ni booyaniif, ni gaddaniif'lle'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami haganaa achi fe'iisa isaanii bitatu waan hin jirreef, daddaltooti lafaalle isi'iif waacifanee bowan.