Revelation 18:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
qarafaa, qimamii, hixaana, qumbii, uddowaa iffataa, daadhii woyni'ii, zayitii ejersaa, bullaa, qamadii, loon, hoolee, fardoo, garreettota fardaan harkifamanu, garboole'ee fi namoota.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fit'ofi qund'ifi, hit'anafi qumbiifi qayya; daad'iifi d'ad'a, dargaye daakhanifi mid'aani dargaye, loonifi ree, faardofi gaari, Tiselefi lubbu namale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammallee fixoo, qundhii, hixaana, qumbii fi qayya; daadhii fi dhadhaa, dargaayyee daakhanii fi midhaan dargaayyee, loonii-re'ee, fardoo, gaarii, tisseelee fi lubbuu namaatuu namii warraa irraa bituu hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qarafaa, urgooftuu, muka hurbu'uu, qumbii, hixaana, daadhii woyini'ii, dhadhaa ejersaa, daakuu qamadi'ii, loowwan, hoolota, faradoo, konkolaataa fardaa, garbootaa fi namoota biraallee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qarafaa, waan waa mi'eessu, Urgoo, dhadhaa'a, hixaana, daadhii woyini'ii, Zayitii'i, daakuu sukkuumamte, qamadii, loon, hoolaa'a, farda, gaarii fardaa, garbootaa fi namoota mara.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
qarafaa, urgoofttuu, muka urgaayu, qumibbi'ii, ixaana, dhaadhii woyinni'ii, zayiitii ejerssaa, daakuu, qamadii, loowwan, hoolota, faradoo, gaariiwwan fardaa, garbootaa fi namoota kaanniin'lle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qarafaa, qimamii, hixaana, qumbii, uddowaa iffataa, daadhii woyni'ii, zayitii ejersaa, bullaa, qamadii, loon, hoolee, fardoo, garreettota fardaan harkifamanu, garboole'ee fi namoota.