Revelation 18:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dadaltootille isi'iin, “Wonni dansaan ati halchite si irraa bayyateerti; durumma'aa fi ulfinni keeti mara badeera; deebi'eelle hin dhufu” jedhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daldaltuuni waan isiini jettu: Wonti dansaani atini argachu feete kaani ch'ufti ya badde, duroomafi shoobi kanke ch'ufti yayu bade, iti deebite ingartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naggaadeen isiin: “Wantii dansaan atin argachuu feete kaan cuftii ya badde, duroomaa fi shoobii kankee cuftii yaayyuu badee, itti deebitee hingartu” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daraaraan ati dharraate si bira lufeera. Wonti si boonsuu fi ka si qandhafsiisu martuu si jalaa badeera; ammaa achi namoonnillee sirima isaan hin argatan»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Daraaraan ati dharraate si bira lufeera. Wonti si boonsuu fi ka si qandhafsiisu martuu si jalaa badeera; ammaa achi namoonnillee sirima isaan hin argatan»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daldalttoonni'llee, «Ati ka hawwite wonittoonni mishaawwan marrinuu si irraa fagaatanii deemanii jiran, qabeenni keetii fi faayyonni kee marri'llee badanii jiran, ammaa achitti kanniin maraa gonkumaa isaan hin arggattuun!» isi'iin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Daldaltootille isi'iin, ‹Wonni dansaan ati halchite si irraa bayyatteerti; durumma'aa fi ulfinni keeti mara badeera; deebi'eelle hin dhufu› jedhan.