Revelation 18:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daddaltooti waan kana gurgurataa isi'iin duroomane farra isi'ii sodaatanee fagoo dhaabbatan; waacifaa booyaa qoonqoo guddo'oon,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daldaltuuni dira suni keesati daldalani duroomte waan gaargala isaa sodaatufi fago ira ejaanjite boote iyite, waan jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naggaadeen dira sun keessatti duroomte waan gaargalaa isaa sodaattuuf fagoo irraa ejaajjiteetti iyyitee boottee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan kanniin gurgura'aa durooman rakkinna isi'ii sodaatanii fagoo dhaabatan; isaan hin gaddan, hin booyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Kanniin daldalan ka isi'iin dureeyyii ta'an, gadda'aa booyaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Wonittoota kaniin maraa bita'aa daldalttoonni dureeyyii ta'an makkaaraarnna isi'ii sodaachu'uun, fagoo ni dhaabatan, booya'aatii fi gadda'aa'llee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daddaltooti waan kana gurgurataa isi'iin duroomane farra isi'ii sodaatanee fagoo dhaabbatan; waacifaa bowaa,