Revelation 18:16 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Qachaa guddicha, woyaa quncee talba'aa irraa hujante, woyaa dhiille'ee fi diintuu uffataa tureef, ka worqi'ii fi dhakaa gatii gudda'aa, dooqalle naqataa tureef aanne'e! Aanne'e!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan daba! Gaargala dira guddati! Duri woya booftatiifi diimtufi shiida uyifatte, fayya worqitiifi faya ch'uch'uluqa dooqa naqatte!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Waan cubbuu! Gaargala dira guddaati! Durii wayaa marduufaa, diimtu fi shiida uyyifatte, faaya warqii, faaya cucculuqaa dooqaa naqatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa ufii ol qabatanii akkana jedhan, «Ta uffata talba'aa, diimaa dhiilgee uffattee, worqii, dhagaa gatii gudda'aatiin uf qandhafte, qachaa guddittii sanii hobbaasi! hobbaasi!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
uffata haphi'ii fi uffata hamara, uffata diimaa'llee ni uffatti ka turtte, worqqi'ii fi dhagaa gudda'aatiin, dooqaan'llee ni bareeddi ka turtte, magaalattii ol aanttu'uuf uunisha'a! Uunisha'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qoonqoo guddo'oon iyyaa: « ‹Qachaa guddicha, woyaa quncee talba'aa irraa hujante, woyaa dhiille'ee fi diintuu uffataa tureef, ka worqi'ii fi dhakaa gatii gudda'aa, dooqalle naqataa tureef aanne'e! Aanne'e!