Revelation 18:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhiigi raagotaatii fi kolbaa Waaqaa, ka worra lafa irratti ijjefamee duudiin, qachaa Baabiloonii keessatti dhaggameera” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Babiloni gaargalchaniifi, waan d'iiga raagootatiifi worra Waaqaa isa keesati arganiifi; ee, d'iiga nama lafa keesati ijeesani ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Wantii Baabilon gaargalchaniif, waan dhiiga nama lafa keessaatti ijjeessani, dhiiga raagootaatii fi warra Waaqaa cufa isi keessaatti arganiif” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isii keessa dhiinni raattotaatii fi woyyootaa, dhiinni worra lafa irratti goorra'amee maruu, isii keessatti argameera.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isii keessa dhiinni raattotaatii fi woyyootaa, dhiinni worra lafarratti goorra'amee maruu, isii keessatti argameera.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isii keessatti arddiin nabiyyootaa fi Qulqullu'uu irratti dhiiginni namoota ajjeefamanii marrinuu, argamee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiigi raagotaatii fi kolbaa Waaqaa, ka worra lafa irratti ijjeefamee duudiin, qachaa Baabilonii keessatti dhaggameera» jette.