Revelation 18:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba qoonqoo dhibii ol-gubbaa irraa dhage'e; isiille ta, “Kolbaa tiyya! Cubbuu isi'ii keessaa akka harka hin qabaanne, balaa isi'iille akka hin qoodanne, isii keessaa baya'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini qonqo d'ibi ta gubba baate akani jettu d'agaye: Koota, nama kiyya! Isi biraa koota! Ch'ubbu isii keesa inseeniina, gaargala isii inqoodatiina!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin qoonqoo dhibii Waaqaa gubbaa: “Gumii tiyya isii biraa kootta! Cubbuu isii keessaa hinseeninaa, gaargala isii hinqoodatinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sami'ii laagaa biraa ka akkana jedhu dhagaye; Banii kiyya! Cubbuu isi'iitiin wolii gala'aa, balaa isi'ii akka hin fudhanne, isii keessaa bayaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sami'ii laagaa biraa ka akkana jedhu dhagaye; Banii kiyya! Cubbuu isi'iitiin wolii gala'aa, balaa isi'ii akka hin fudhanne, isii keessaa bayaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qoonqqa bira'aa'llee sami'ii akkana yoo jedhu ni dhagaye, «Yaa ummata kiyya! Cubbuu isi'ii titti hin hirmmaatinaa, isii keessaa bayaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba qoonqoo dhibii ol-gubbaa irraa dhage'e; isiille: « ‹Kolbaa tiyya! Cubbuu isi'ii keessaa akka harka hin qabaanne, balaa isi'iille akka hin qoodanne, isii keessaa baya'a!