Revelation 18:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Cubbuun isi'ii haga ol-gubba'aa waan tuulanteertuuf, Waaqi yakkaa isi'ii qaabbateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi daba isii haga gubba gahuti wolti tuulani. Waaqi kara isii hama inqaabata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif tuulaan cubbuu isii ya gubbaa ga'e. Waaqii karaa isii hamaa inqaabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun isi'ii haga sami'ii waan gayeef, Rabbi hammeenna isi'ii yaade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cubbuun isi'ii haga sami'ii waan gayeef, Rabbi hammeenna isi'ii yaade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tuulaan cubbuu isi'ii haga sami'ii gayee jira, Waaqan'llee balleessaa isi'ii yaadatee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuun isi'ii haga ol-gubba'aa waan tuulanteertuuf, Waaqi yakkaa isi'ii qaabateera.