Revelation 18:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haga isiin isinii kennite, deebisa'aatii kenna'aaf, waan isiin gootelle'eef dachaa lama deebisa'aatii godha'aaf! Muduunuu isiin itti bulbultetti, harka lama xiyya godha'aatii bulbula'aaf!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma isiini isani tolchite isanileeni isii tolcha, maro lama waan isiini baafte baasaafi. Farso isiini isani obaafte ta maro lama ira jabdu mudunu isiti naqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma isiin isan tolchite isaniilleen isii tolchaa, marroo lama waan isiin baafte baasaaf. Farsoo isiin isan obaafte ta marroo lama irra jabduu buduunuu isitti naqaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haguma isiin kenniteen gatii isi'ii deebisaaf, Akkuma hujii isi'iitiin; dachaa lamaa godha'aatii mijuu isiin wolitti matte dachaa lamaa godha'aatii bulbulaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haguma isiin kenniteen gatii isi'ii deebisaaf, Akkuma hujii isi'iitiin; dachaa lamaa godha'aatii mijuu isiin wolitti matte dachaa lamaa godha'aatii bulbulaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haga isiin kenniteen isi'ii kennaa, hujii isiin raawwatteen'llee dachaa kafala'aafii, Duloo isiin dhugaatii adda addaa itti wolitti makitte keessatti, dacha'aa fi cimaa taasisa'aatii wolitti jalaa makaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga isiin isinii kennite, deebisa'aatii kenna'aaf, waan isiin gootelle'eef dachaa lama deebisa'aatii godha'aaf! Muduunuu isiin itti bulbultetti, harka lama xiyya godha'aatii bulbula'aaf!