Revelation 18:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf balaan isi'ii hedduun: duuti, gaddaa fi beelti, guyyuma tokkotti itti hin dhufan. Waaqi Goottaan isi'itti muru hunnaamessa waan te'eef isiin ibiddaan hin gubanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi gaargali isii ch'ufti guyya toko isii d'aa: D'ukubafi lalefachafi beeltileeni; ibidaani isi gubani. Wonti akanatiifi Aabbo Waaqi ka isi qoru guddo jaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif gaargalii isii cuftii, ka akka dhukkubaa, laaleffachaa fi beeltiilleen guyyaa tokko isii dha'a; ibiddiilleen isii guba. Wantii akkanaatiif Aabboo Waaqii ka isitti muru guddoo jabaa” jettu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu balaan hedduu, duuti, gaddinii fi beelli, guyyaa tokkoon isii irra gaya. Waandhi Gooftaan isi'itti murteessu jabaa waan ta'eef, ibiddaan gubatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu balaan hedduu, duutii, gaddinii fi beelli, guyyaa tokkoon isii irra hin gaya. Waandhi Gooftaan isi'itti murteessu jabaa waan ta'eef, ibiddaan gubatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf balaawwan isi'ii marrinuu guyyaa tokkoon isii irra ni gayan, du'aa, gaddaa fi beelli'llee isii irraa ni gayan, ibiddaan'llee ni gubatti, isii irratti ka murtteessu Waaqinni Gooftaan, ol aana'aa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf balaan isi'ii hedduun: duuti, gaddaa fi beelti, guyyuma tokkotti itti hin dhufan. Waaqi Goottaan isi'itti muru hunnaamessa waan te'eef isiin ibiddaan hin gubanti.