Revelation 19:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba qoonqoo, qoonqoo kolbaa bindilla'aa fakkaattu, qoonqoo guddoo ol-gubbaa irraa dhage'e; isiille, “Hallee luyyaa! Fayyisiis, ulfinnii fi hunni ta Waaqa keennaa ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana anini waan aka qonqo guddo ta nama heddu gubba d'agaye ta, Waaqa faarsa! Baafamafi guddinnaafi jabeenni ka Waaqa keennati!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kanaa anin waan qoonqoo gumii hedduu fakkaataa ta, “ ‘Haalleluuyaa!’ baafamii, guddinnaa fi jabeennii ka Waaqaa keennaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa sami'itti, «Halee luyaa! ta seebaru'uun lafa balleessite seebartuu guddoo waan itti murteeffameef waan dhiiga garbootaa harka isi'iitii haluu baaseef;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Asiin maayii sami'itti, «Hallee luyyaa! ta seebaru'uun lafa balleessite seebartuu guddoo waan itti murteeffameef waan dhiiga garbotaa harka isi'iitti haluu baaseef»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti akkana ka jedhu qooniqqa ol aanaa namoota baayi'ee fakkaatu, sami'itti ni dhagaye, «Hallee luyyaa! Fayyisu'uu fi ulfinni, huminniti'llee, ka Waaqa keennaati!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba qoonqoo, qoonqoo kolbaa bindilla'aa fakkaattu, qoonqoo guddoo ol-gubbaa irraa dhage'e; isiille, «Halle luuyyaa! Fayyisiis, ulfinnii fi hunni ta Waaqa keennaa ti!