Revelation 19:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ol-gubbaan banantee, fardi adiin tokkolle achi jiruun dhagge. Farda san irralle, “Addatama'aa fi dhugaamessa” ka jedhamu tee'eeraayyu; inni balchumma'aan mura, hin lolalle'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini gubba banamtefi farda adi arge. Nami isa yaabatu, maqaani isaa ka d'ugefataniifi d'uga; d'uga ch'allaani nama qore ammalle duula.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin gubbaa Waaqaa ta banamtee fi farda adii tokko arge. Nama isa yaabbatu, maqaan isaa, “Ka dhugaatii fi ka dhugeeffatame” jedhan; yo namatti muruu fi yo duuluullee dhugaa callaan hojjata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samii baname arge; kunoo ka farda guddaa ol fagaatu irra taa'e, «Amanama'aa fi ka dhuga'aati» jedhama. Qajeellumma'aan murteessa; hin lolalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Samii baname arge, kunoo ka farda guddaa ol fagaatu irra taa'e, «Amanama'aa fi ka dhuga'aati» jedhama. Qajeellumma'aan murteessa, hin lolalle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti samiin banamttee ni arge, kunoo fardda adii ni arge, ka fardda yaabbate'llee amanama'aa fi dhugaalessa ka jedhamu, inni'llee qajeelatti ni murtteessa, ni woraana'lle'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ol-gubbaan banantee, fardi adiin tokkolle achi jiruun dhagge. Farda san irralle, «Addatama'aa fi dhugaamessa» ka jedhamu tee'eeraayyu; inni balchumma'aan mura, hin lolalle'e.