Revelation 19:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni woyaa dhiiga keessa cuuphanteertu uffateera; maqaan isaalle Jecha Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woyaani inni uyifate d'iiga qabdi. Maqaani nami isaani beekhu dubbi Waaqaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wayaan innii uyyifate dhiiga qabdi. Maqaan isaa, “Duubbii Waaqaa” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera; maqaan isaa «Dubbii Rabbiiti» jedhameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera, maqaan isaa dubbii Rabbiiti jedhameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni'llee uffata dhiigaan cuuphamee uffatee jira ture, maqaan isaa'llee, «Dubbii Waaqaa» ka jedhamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni woyaa dhiiga keessa cuuphanteertu uffateera; maqaan isaalle Jecha Waaqaa ti.