Revelation 19:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Woya'aa fi gudeeda isaa irratti maqaan, “Mootii moototaatii fi Goottaa goottotaa” jedhu barreeffameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woya isatiifi miila isaa gubbati maqa isaa t'aafani, Hayyu hayyoota, Aabbo abbooti ch'ufa jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wayaa isatii fi gudeeda isaa gubbatti, “Hayyuu hayyootaa, Goofta gooftota cufaa” jedhanitti maqaan isaa barreefame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffataa fi gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa Gooftotaa» jedhu qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uffataaf gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa, Gooftootaa» jedhu qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uffata isaatii fi gudeeda isaa irratti, «Nugusa nugusotaa, Gooftaa gooftotaa» maqaan jedhu, barreeffamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woya'aa fi gudeeda isaa irratti maqaan, «Mootii moototaatii fi Goottaa goottotaa» jedhu barreeffameera.