Revelation 19:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle itti dabalanee, “Hallee luyyaa! Aarri qachaa gubatu sanii, bara baraa haga bara baraa ol ka'a” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle iyani, Waaqa faarsa! Aari dira gudda haguma jiru oldeema! jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee ittuma deebi'anii, “Haalleluuyaa! Aarii dira guddaa gubataa haga jiruu jireennaa oldeema” jechaa iyyan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee, «Halee luyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee, «Hallee luyyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee, «Haalleeluyaa! Aarri isii irraa ka'u'llee bara haga baraa titti, gara olii ni baya!» jedha'aa, ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle itti dabalanee, «Halle luuyyaa! Aarri qachaa gubatu sanii, bara baraa haga bara baraa ol ka'a» jedhane.