Revelation 19:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maanguddooti diddamii afurii fi dadaan lubbuu qaddu arfan gadi lafatti jiganee, Waaqa barcumaa mootummaa ifii irra tee'eeruuf sagadanee, “Ameen, halle luuyyaa!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaarole diddami afuritifi wonti Lubbu qaba afraani taani lafati jidde, Waaqa barch'uma guddinna gubba tau durati jidde, isa guddifte waan jette, Amini! Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jaarrollee diddamii afuritii fi wantii lubbuu qabaa afran taan Waaqaa barcumaa guddinnaa gubbaa taa'u duraati lafaati jiddee, “Ee'e jenne Waaqaa galati ha ga'uu!” Jedhan isa guddisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoonni diddamii afurii fi busaayoonni afurii, afoo isaaniititti gad kufanii Rabbii teessoo irra taa'ee, «Amiin, halee luyaa!» jedha'aa sagadaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manguddoonni diddaamii afurii fi busaayoonni afurii, afoo isaaniititti gad kufanii Rabbii teessoo irra taa'ee, «Amiin, halle luyyaa!» jedha'aa sagadaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaarsotiin diddamii afuriitii fi bineensonni afurii'llee Waaqa teessoo isaa irra taa'ee jiruuf, kallacha isaaniitiin gonbbifamanii, «Ameen, haalleeluyaa!» jedha'aa, ni sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maanguddooti diddamii afurii fi dadi lubbuu qaddu arfan gadi lafatti jiganee, Waaqa barcumaa mootummaa ifii irra tee'eeruuf sagadanee, «Ameen, halle luuyyaa!» jedhane.