Revelation 19:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qoonqoon takka barcumaa mootumma'aa biraa baatee, “Isin tajaajiltooti isaa marti, isin worri isa sodaattanu, diqa'aa fi guddaan, Waaqa keenna leellisa'a!” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani fulla barch'uma guddinnati qonqooni gadi baate waan jette, Waaqa keenna faarsa, hojattuuni isaa ch'ufti, nami ch'ufti diqaafi guddaleeni, nami isa sodaatu ch'ufti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan fulaa barcumaa guddinnaati, “Hojjatootii isaa cufti, nami diqqaa fi guddaalleen, namii isa sodaatu cuftii, Waaqaa keenna faarsaa!” Qoonqoon jettu dhuftee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan, «Garboonni maruu worri isa sodaatan didiqqaanii fi gugurdaan Waaqa keenna galatoonfadhaa'a!» jedhu teessoo isaa biraa dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaan, «Garboonni maruu worri isa sodaatan didiqqaanii fi gugurdaan Waaqa keenna galateeffadhaa'a!» jedhu teessoo isaa biraa dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti, «Tajaajilttoonni isaa sodaattan marrinuu maandhotaa fi hangafoonni'llee, Waaqa keenna galateeffadhaa!» qooniqqi jedhu, teessoo irraa ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon takka barcumaa mootumma'aa biraa baatee, «Isin tajaajiltooti isaa marti, isin worri isa sodaattanu, diqqa'aa fi guddaan, Waaqa keenna leellisa'a!» jette.