Revelation 19:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Woyaan quncee talba'aa irraa hujante, ta calalaxxuu fi qulqullittiin, akka isiin uffattuuf isi'ii kennante” ta jettu; woyaan quncee talba'aa irraa hujante sunille hujii balchittii kolbaa Waaqaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ya ee jed'ani aka woya boofta adi d'aati keyattu. (Booftaani suni huji d'uga ta worra Waaqa.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ya wayaa midhaaddu angaatu akka keeyattuuf itti kenan. Wayaan midhaadduun angaatu sun hujii qajelumaa ta warra Waaqaa.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata quuncee talba'aa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni quuncee talba'aa irraa hojjatame hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uffata qulqulluu haphii fuuttaa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni qulqulluun haphiin fuuttaan hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uffata calaqisu qulqulluu fi bareedaa ka ta'e akka uffattuuf ni kennameef, uffanni haphiin hujii Qulqullu'uu ka qulqullaayomaat.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyaan quncee talba'aa irraa hujante, ta calalaxxuu fi qulqullittiin, akka isiin uffattuuf isi'ii kennante» ta jettu; woyaan quncee talba'aa irraa hujante sunille hujii balchittii kolbaa Waaqaa ti.