Revelation 2:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ergamaa wolde'a kiristaana Efesooniitiif akkas jedhii barreessi: Urjoota torba ka harka middichaan qabateeru, waan issaan irra keyamu ka worqi'iin hujame torbaanuu odduu ka deddeebi'u akkana jedha:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara malaika gumi Efeso waan kana t'aafi: Tunini dubbi nama urji torba harka mirgicha qabuufi ka jiddu ifse worqi torbaani dedeemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara ergamaa gumii Efesoon, “Tunin dubbii nama urjii torba harka mirgichaa qabuu, ka jidduu ibsee warqii torbaanii dedeemuu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaa Woldaa Kiristaanaa Efesooniin keessa jirtuutiif akkana jedhii barreessi. «Ka urjiiwwan torbaa harka mirgaatitti qabate ka baattuu worqi'ii torbaa jidduu deddeebi'u akkana jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara Maleekkaa Woldaa Kiristaanaa Efesooniin keessa jirtuutiif akkana jedhii barreessi. Ka urjoota torbaa harka mirgaatitti qabate ka baattuu worqi'ii torbaa jidduu deddeebi'u akkana jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkaa woldaya Efesoniitiif akkana jedhii barreessi, «Kun urjjiiwwan torbban harka isaa ka mirgaa titti ka qabatee jiruu fi baattuuwwan worqqi'ii torbban jidduu ka dedeebi'u irraa ka dubbatame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ergamaa wolde'a kiristaana Efesooniitiif akkas jedhii barreessi: «Urjoota torba ka harka middichaan qabateeru, waan issaan irra keyamu ka worqi'iin hujame torbaanuu odduu ka deddeebi'u akkana jedha: