Revelation 2:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami gurra qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'ota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti! Nami injifatu du'a lammeesso'ootiin hin miidhamu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nami dabsatu duisa lameesotiini ingaargalu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii gurra qabu, waan hafuurii qulqulloon gumiin jedhu ha dhaga'uu! namii dabsatu du'a lammeessootiin hingaargalu” jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Ayyaanni tokkumma Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayuu; ka mooyate du'a lammeesso'ootitti hin miidhamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Ayyaanni tokkumma Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu maruu haa dhagayuu ka mooyate du'a lammaffa'aatitti hin miidhamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri woldayoota amanti'iitiif waan jedhu, ka gurra qabu haa dhagayu! Injifatee ka moo'u du'a lammaffa'aatiin, hin miidhamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami gurra qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti! Nami injifatu du'a lammeesso'ootiin hin miidhamu.