Revelation 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma barsiisa worra Niqolaawotaa worra hordofulle qadda.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma suni nama barsiisa worra Nikolai gula yau qabda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma sun nama barsiisa warra Niqolaawotaa gula yaa'u qabda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma akka isaan namoonni barumsa Niqolaawotaa hordofullee si woliin jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma akka isaan namoonni barumsa Niqolaawotaa hordofullee si woliin jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana barsiisa worra Niqolaawotaa namoonni qabatan'llee jidduu keessan ni jiran,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma barsiisa worra Niqolaawotaa worra hordofulle qadda.