Revelation 2:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isiin cubbuu sagaagalumma'aa irraa deebituuf yennaa isi'iif kenneeraayyu; isiin ammoo deebi'uu didatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guyya qabeefi, aka isiini daba iraa deebitu, ammo isiini sharmut'oma suni iraa deebiu didde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka isiin cubbuu irraa deebitu guyyaa qabeef, ammoo isiin sharmuxooma sun irraa deebi'uu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka aagii galtuuf hennaa isi'ii kennee ture; isiin ammo seebara irraa deebi'uu didde.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka aagii galtuuf hennaa isi'ii kennee ture, isiin ammoo seebara irraa deebi'uu didde.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Waaqaa titti akka deebituuf yeroo ni kenneef, isiin garuu sagaagala isi'ii irraa gara Waaqaa deebi'u'uuf hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isiin cubbuu sagaagalumma'aa irraa deebituuf yennaa isi'iif kenneeraayyu; isiin ammoo deebi'uu didatte.