Revelation 2:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Tiyaatiraa keessatti, isin worra barsiisa isi'ii hin hordofinii fi ‘Dhossaa guddoo Seexanaa’ ta jedhante worra hin baratin hattaneen ammoo, waan jedhu: Ba'aa dhibii isin irratti hin fe'u;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isaniini kaani Thiatira keesa, ka barsiisa hamtu tana gula indeemne, yokhaani waan nami gari baddi Sheet'ana jed'uuni imbaratiini, anini baa d'ibi isani ira inkayu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ammoo isaniin kaan warrii Tiyaatira keessaa, ka barsiisa hamtuu tana gula hin yaa'in, yokaan ka waan namii dhofaama Sheexanaa jedhuun hinbaraatin, anin bahaa dhibii isan irra hinkaa'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin worra Tiyaaxiroon keessatti barumsa isi'ii hin hordofneef worra, ‹Dhossaa guddaa seexanaa› jedhamu uduu hin baranne haftaniin ammo akkana jedha; ba'aa biraa isinitti hin fe'u;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin worra Tiyaaxiroon keessatti barumsa isi'ii hin hordofneef worra, ‹Dhossaa guddaa seexanaa› jedhamuu uduu hin baranne haftaniin ammoo akkana jedha, ba'aa biraa isinitti hin fe'u;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Tiyaaxiroonii ka jirttan ergaa badaa kana worra hin fudhatin maraaf, akkuma kana tokko tokko, ‹dhossaa sheexanaa ka gad fago'ooti› ka jedhaniin, isin worra hin horddofinitti, fe'aa bira'aa isinitti hin fe'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tiyaatiraa keessatti, isin worra barsiisa isi'ii hin hordofinii fi ‹Dhossaa guddoo Seexanaa› ta jedhante worra hin baratin hattaneen ammoo, waan jedhu: Ba'aa dhibii isin irratti hin fe'u;