Revelation 2:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
haga ani dhufutti woma qaddanu san jabeessa'aa qabadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan harkaa qabdani suni jabeesa, haga anini d'ufuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo haga anin dhufutti waan harkaa qabadan sun jabeessaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga ani dhufuuf woma qabdan san jabeessa'aa qabadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
haga ani dhufuuf woma qabdan san jabeessa'aa qabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ta'u'llee haga ani dhufutti ka qabddan jabeessa'aatii qabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga ani dhufutti woma qaddanu san jabeessa'aa qabadha'a.