Revelation 2:27 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ule sibiilatiini worra fida, duuba akuma okote faara ch'absani gargari worra ch'ach'absa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹ulee sibiilaatiin'llee isaan ni bita, akka meeshaa faaraa titti'llee tumee isaan ni bulleessa› aangoon kun'llee ka akka bifa ani Abbaa kiyya irraa fudhadheeti,