Revelation 2:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bakkalcha bari'iille ani isaaf hin kenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini bakalcha bari worraa kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee anin bakkalcha barii warraa kenna.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bakkalcha bari'ii kennaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bakkalcha bari'ii kennaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
urjjii bariisa'aa'llee ni kennaaf.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bakkalcha bari'iille ani isaaf hin kenna.