Revelation 2:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami gurra qabu waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii gurra qabu, waan Hafuurii qulqulloon gumiin jedhu ha dhaga'uu” jedhi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan ayyaanni woldoota Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan Hafuurri woldayoota amanti'iitiin jedhu, ka gurra qabu haa dhagayu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami gurra qabu waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti!» ta jettu.