Revelation 2:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, waan si ciicadhu qaba; sunilleen, jaalala duri qaddu lakkiteerta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo wonti anini sii quufu dide tana: atini aka duri na injaalattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo wantii anin si quufuu dhabe, ati jaalala duri naa qabdu ya dhiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan si irratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waan sirratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu waan sitti ashu tokko ni qaba, kun'llee jaalala kee ka duraanii dhiifittee jirta,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Te'uu malee, waan si ciicadhu qaba; sunilleen, jaalala duri qaddu lakkitteerta.