Revelation 2:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona maan irraa akka jidde yaadadhu! Cubbuu irraa deebi'iitii hujii duri hujju huji! Yoo cubbuu irraa hin deebi'in, ani sitti dhufee waan issaan keeti irra keyamu addee isaatii fuudha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka guddo jidde qaabad'u, daba iraa deebii, waan duri hojatte hojad'u. Yo daba iraa deebiu baate, anini d'ufeti ifse tante fulla isiiti fuud'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka guddoo jidde qaabadhu, cubbuu irraa deebii, waan durii hojjatte hojjadhu! Yo cubbuu irraa deebi'uu baatte, anin dhufeetti ibsee tantee fulaa isiitii fuudha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa maal irraa akka kufte yaadadhu. Aagiillee gali; hujii kee ka duraa san hojjadhu. Yoo cubbuu irraa deebi'uu baatte dhufee baattuu ibsa'aa kee hule'ee si jalaa fuudha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa maal irraa akka kufte yaadadhu. Aagiillee gali hujii kee ka duraa san hojjadhu. Yoo cubbuu irraa deebi'uu baatte sitti dhufee baattuu ibsa'aa kee hule'ee fuudha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
bakka hagam ol aanaa ta'e irraa kufuu kee'llee yaadadhu! Dhiifaman gara Waaqaa deebi'i! jalqaba ni raawwatta ka turtte hujii kee raawwadhu, kana maraa raawwchuu yoo dhabaatte garuu gara kee ni dhufa, dhiifamaan gara Waaqaa deebi'uu yoo dhabaatte, baatuu kee ka ibisa'aa bakkaa ni kaasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona maan irraa akka jidde yaadadhu! Cubbuu irraa deebi'iitii hujii duri hujju huji! Yoo cubbuu irraa hin deebi'in, ani sitti dhufee waan issaan keeti irra keyamu addee isaatii fuudha.