Revelation 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo waan dansaa kana qadda: Hujii Niqolaawotaa ta ani jibbu atille hin jibbita.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla tana goomta: huji worra Nikolai jed'ani akuma anini jibbe aatileeni jibbita.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuullee waan tokko goomta; sulleen hujii warra Niqoolaawotaa jedhanii akkuma anin jibbe atilleen jibbita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan kana qabda: atillee akkasuma hujii Niqalaawootaa ka ani jibbu jibbiteerta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waan kana qabda: atillee akkasuma hujii Niqalaawoota ka ani jibbu jibbiteerta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ka si galateeffachiisu wonitti tokko ni jira, kun'llee ani ka jibbu hujii worra Niqolaawotaa jibbitee jirta.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo waan dansaa kana qadda: Hujii Niqolaawotaa ta ani jibbu atille hin jibbita.