Revelation 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami gurra qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti! Nami injifatu, muka jiruu kennu ka fichaa Waaqaa keessa jiru irraa akka nyaatu hin tolcha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini mid'aani mukha jireenna, ka oobru Waaqa keesati bahu, nyaachisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii gurra qabu, waan hafuurii qulqulloon gumiin jedhu ha dhaga'uu!” “Nama dabsatu anin midhaan mukaa jireennaa, ka oobruu Waaqaa keessatti bahu, nyaachisa” jedhii barreessi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan Ayyaanni tokkummaa woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra qabu maruu haa dhagayuu! ‹Ka injifatee muka daraaraa isaa nyaatan ka jeennata Rabbii keessa jiru akka nyaatu hin kennaaf.›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan ayyaanni tokkummaa woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra qabu maruu haa dhagayuu! ‹Ka injifatee muka daraaraa isaa nyaatan ka jeennata Rabbii keessa jiru akka nyaatu hin kennaaf.›
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Hafuurri woldayoota amanti'iitiin waan jedhu, ka gurra qabu haa dhagayu! ‹Injifatee ka moo'uuf jaayinata Waaqaa keessa ka jiru firii muka jireennaa irraa akka nyaatuuf, ni taasisaan.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami gurra qabu, waan Ayyaanni Waaqaa wolde'oota kiristaanaatiin jedhu dhage'uu ti! Nami injifatu, muka jiruu kennu ka fichaa Waaqaa keessa jiru irraa akka nyaatu hin tolcha.