Revelation 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ergamaa wolde'a kiristaana Simiirnaatiif akkas jedhii barreessi: Ka duraatii fi duuba, ka du'ee, deebi'ee jiraataa te'e akkasi jedha:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara malaika gumi Smirna waan kana t'aafi: Tunini dubbi nama qaratiifi ka eegeeti, nama due kae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gara ergamaa gumii Simiirnaa, “Ergaan tunin dubbii nama qaraatii fi ka eegeeti, nama du'ee ka'e irraa dhufte” jedhii barreessi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Samirnees keessa jirtuu, akkana jedhii barreessi. Ka du'ee ture, ka jiraataa ta'e, ka duraatii fi ka dhumaa akkana jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gara Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Sarminees keessa jirtuu, akkana jedhii barreessi. Ka du'ee ture, ka jiraataa ta'e, ka duraatii fi ka dhumaa akkana jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkaa woldaya Semrineestiif akkana jedhii barreessi, Kun ka jalqabaatii fi ka muumme'ee ka ta'e, du'ee'llee ka turee fi jiraataa ka ta'e irraa ka dubbatame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ergamaa wolde'a kiristaana Simiirnaatiif akkas jedhii barreessi: «Ka duraatii fi duuba, ka du'ee, deebi'ee jiraataa te'e akkasi jedha: