Revelation 20:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ergamaan Waaqaa dhibiin, ka furtuu boolla qile'eetii fi wodaroo sibiilaa harkaa qabu tokko ol-gubbaa irraa gadi bu'uun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini malaika d'ibi ta gubbaa gadi buutu arge; isiini fura boola guddotiifi haada sibiila gudda harkaa qabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin ergamaa dhibii ka Waaqaa gubbaa gad bu'u arge; innii furaa boolla guddootii fi haada sibiilaa guddaa harkaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Maleekkaan furtuu ashuuteetii fi haada sibiilaa harkaa qabu hennaa sami'ii bu'u arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan furtuu ashuuteetii fi sansalaata sibiilaa harkaa qabu hennaa sami'ii bu'u arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti furittuu boolla gadi fogo'ootii fi birbiraata guddaa maleyikkaan harka isaa titti qabatee jiru, sami'ii yoo bu'u ni arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Waaqaa dhibiin, ka furtuu boolla qile'eetii fi wodaroo sibiilaa harkaa qabu tokko ol-gubbaa irraa gadi bu'uun dhagge.