Revelation 20:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Seexanni isaan dokonkorselle, addee bineessii fi raagichi dharaamessi jiranu, abbaayaa ibidaa fi dhakaa bobe'uutitti qolaanfame. Isaaniille halkanii fi guyyaa, bara baraa haga bara baraa farran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ana, ka worra sobe, galaana ibida keesa buusani, fulla bineensafi raaga d'ara qara buusani, halkani guyya haga hegeri worra gaargalchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Sheexana, warra sobe, galaana ibiddaatii fi ka dhakaa bobaa'ee baqee lola'uu fulaa bineensaa fi raaga dharaa qaraa harcaasan taan keessa buusani, haga jiruu jireennaa halkanii guyyaa warra gaargalchan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daabiloosiin isaan dogoggorse sun hulee gara busaaya'aa fi raanni sobaa jiran gara galaana ibiddaatii fi dhagaa bobayuutitti gatame. Baraa haga bara baraa halkanii fi guyyaa rakkatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daabiloosiin isaan dogoggorse sun hulee, gara busaaya'aa fi raanni sobaa jiran gara galaana ibiddaatii fi dhagaa bobayuutitti gatame. Baraa haga bara baraa halkanii fi guyyaa rakkatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isaan dogoggorssiise daabiloos, bineenissichii fi nabiyyichi dharaa gara jiran, dinni'iin ka gubatu ibidda garba ciisa'aa keessatti ni gataman, achitti'llee halkanii fi guyya baraa haga baraa titti, ni makkaraaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seexanni isaan dokonkorselle, addee bineensii fi raagichi dharaamessi jiranu, abbaayaa ibiddaa fi dhakaa bobe'uutitti qolaanfame. Isaaniille halkanii fi guyyaa, bara baraa haga bara baraa farran.