Revelation 20:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaayaan guddoolle worra du'e ka isii keessa jiru kennite; du'aa fi addeen worri du'e jiru worra du'ane ka isaan keessa jiranu kennane; tokko tokkottuu akkuma hujii isaatitti itti murame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani galaani nama keesati due ch'ufa gadi yaase. Duisafi fullaani ekheraani teetuleeni nama isi keesati due ch'ufa gayaafte. Nama ch'ufa waan inni tolche gula qorani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan galaannii nama keessatti du'e cufa baasee kenne. Du'aa fi qileen fula ekheraan teettulleen nama du'e ka warra keessaa jiru cufa gad yaaftee kennite, nama cufa akkuma waan innii tolchee gula itti muran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaannillee worra du'an ka isa keessa jiranii kenne; duutinii fi ibiddi asaabaallee worra du'an ka isaan keessa jiruu kennan. Martinuu akkaatama hujii isaaniitiin qoodaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Galaannillee worra du'an ka isa keessa jiranii kenne; duutinii fi ibiddi asaabaallee worra du'an ka isaan keessa jiru kennan. Martinuu akkaatama hujii isaaniitiin qoodaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garbi ciisaan'llee worra du'an ka isa keessatti argaman ni kenne, du'aa fi siooli'llee worra du'an ka isaan keessa turan ni kennan, tokko tokkoon namaa'llee akkaatama hujii isaatiin murtii ni fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaayaan guddoolle worra du'e ka isii keessa jiru kennite; du'aa fi addeen worri du'e jiru worra du'ane ka isaan keessa jiranu kennane; tokko tokkottuu akkuma hujii isaatitti itti murame.